1. Home /
  2. Community organisation /
  3. Befikadu Bekele


Category

General Information

Locality: Edmonton, Alberta

Phone: (780) 680-2488



Address: 11230 st alber trial T5M 3p2 Edmonton, AB, Canada

Website: befikadubekele.com

Likes: 17759

Reviews

Add review



Facebook Blog

Befikadu Bekele 02.07.2021

Waqayyo lafa onaa namaa gara jiidhaatti nijijjiira!

Befikadu Bekele 16.06.2021

Akka barii ifa ganamaa bareeddee dukkana ariitee ofiishee asbaatu waqayyo dhaloota isa ebbisan faarfannaan isaanii waa anmarraa cabsee waa namaadeebisu nuukenneera . Isaan kana keessaa zarish nama tokkodha mucaa naga qabeessa, tasgabbaa’a, nama namakabajuuf waqayyon sodaatudha. Faarsaan amma inni hojjetee jiru dhaggeeffadheera baayyee kan namaqabbaneessu akkuma aannanii suuta lapheenamaa qabbaneessaa gadi bu’uuti kanaaf dhaggeeffadhaa itti ebbifaman affeerraakooti. Dhufaajira hammasitti sheer godhaafii seexana ittiin ariiyaa ebbifama.

Befikadu Bekele 04.06.2021

NUTI IJOOLLEE BRMADUUTI MALEE IJOOLLEE KAN ISHEE GARBITTI MITI! Gal. 4:28 Ammas yaa obboloota ko, akkuma Yisihaq, isinis ijoollee abdii Waaqayyoo ti. Haa ta'u iyyuu malee, yeroo sana inni akka fedha foonii duwwaatti dhalate, isa akka fedha hafuura Waaqayyootti dhalate akkuma ari'ate, har'as immoo akkasuma in ta'a.Garuu caaffanni qulqullaa'aan maal jedha? Ilmi garbittittii ilma ishee birmaduu wajjin dhaala hin hirmatu waan ta'eef, garbittittii fi ilma ishee baasi! in jedha.Egaa yaa obboloota ko, nuyi ijoollee ishee birmaduu ti malee, kan ishee garbittii miti.

Befikadu Bekele 06.05.2021

Waqayyon kee garmalee moo garaamalee jedha mee sirriitti ilaala w.mat 4:5-7 maal jechuummoo barbaade laata? Seexanni ammoo gara mandara qulqullaa'aatti isa geessee, fittee guutuu mana qulqullummaa irras dhaabachiisee, Ati dhugumaan ilma Waaqayyoo yoo taate kana irraa gad of darbadhu, ‘Inni ergamoota isaa siif in abbooma,... miilli kee dhagaatti akka hin buunettis isaan harka isaanii irratti si in baatu’ kan jedhu caafameera ittiin jedhe. Yesus garuu, ‘Waaqayyo kee goofticha gar-malee hin eeggatin’ kan jedhus immoo caafameera ittiin jedhe. See more

Befikadu Bekele 20.04.2021

Seexana nana,argaa koo duraa turi ‘waqayyo kee gooftichaaf jilbeenfatte sagadi isa duwwaafis hojjedhu kanjedhu caafameera’ jedheen w.Mat 4:10