1. Home /
  2. Community /
  3. Calgary Bilal Dawa Center


Category

General Information

Locality: Calgary, Alberta

Website: www.paypal.com/donate/?cmd=_s-xclick&hosted_button_id=BJSK3LCZ2WUVU&source=url

Likes: 2625

Reviews

Add review



Facebook Blog

Calgary Bilal Dawa Center 21.11.2020

Obsaa naafdubbisi sheerwaliif godhi kheeyrii tanarraa qoodakee fuudhi Jzk Diinaan filatamaan Rabibiratti IslaamummaadhaAl hamdulillah Rabbi nuuf file Islaamummaa Hubadhaa nuti waahunda caalaa Amantii teenya akka jaalannu najaalattu waliin najibbitus waliin... Maqaa sabboona fi goota dahoo godhattanii Amantii islaama xiqqeeysuun fi Eeybeesuun roorroo garaa garaa Amantii Rabbiin nuuf filetana akka gad dhiifnee Amantii waaqeyfataa akka qabannuuf halkanii guyyaa carraaqaa jiran tun dhabachu qabdi Afaaniin Amantiin gargar hin baanu jachaa Ammoo jibbaa amantii islaamaa nurratti oofuun akka Amantiin islaamaa keeysummataate godhanii joollee Islaamaa dogongorsiisu fi itti walfakkeeysaa jiran maqaa Sabbona fi gootatiin kun dhaabatu qaba namuu Amantii kam qabaatee kabajaan waliin jiraatu qaba Keeysaa huu dargaggoon Muslimaa bayyanootaan waahubatuu nurraa eegama bofa maqaa sabbonaa fi goota jaladhokotee karaa ibiddaa nuyaamu hubatuu nurraa eegama Karoorri jarattiin qabattee deemtuun kun karoora akkamalee hamaa fi walxaxaati jarattiin joollee muslima ta Amantii saaniirraa hubannaa hinqabnes shekkota fi Ustazota irratti bobbaasuu dandaheeti jira hadaraa joollee teenya hindagamin sa'aa abbaan dikeen darbate Ambiti dhagaan darbatti waan hubatuu qabnurraa jarratti arra sabboona fi goota taatee Islaamumarratti duulaa jirtu kanarra enyuu sabboona enyuu saba saatiif qabsaahaa turee shekkota kun waandhugaati Ammo sheekkottiin duriifi ammas tahe shira hin fudhattan Yoo hawaasa saaniitiif waan shiraa (dabaa)yoo Ummata saanii tiif himan ku Oromo miti,Amantiin nama addaan baasa fi Oromorratti duulaa k.k.k sheekkota fi Ustazotan ja'ama Enyu jaalatte enyu jibbaa jirtta guyyaa qiyaamaa namuma jaalattee waliin kaata siifii Amantaa teetiis kabajuuni bilisummaan waahundaa fu Iftahaa haa deemnu diinkeenya haa eeggannu Adawwiiteenya irratti haafuulleyfannu galatomaa Sh Abdulhafiz Sh Hassan