Category

General Information

Phone: +1 587-710-0126

Likes: 1534

Reviews

Add review

Facebook Blog

OYA Edmonton 08.02.2022

Sagantaa cufiinisaa Torbaan Oromoo Kaanaada, Magaalaa Eedimanittan. Agarsiisa Aadaa.

OYA Edmonton 02.02.2022

It’s been a year you will always be remembered #Haacee Qaalii namaa. You’re always loved and never forgotten. May your soul Rest In Peace Legend ! #OromoProtests #JusticeforHachaluHundessa #OYAE_Edmonton want an independent investigation for our legend’s assassination.

OYA Edmonton 29.01.2022

Guyyaa Yaadannoo waggaa 1ffaa wareegama gooticha qaalii sabaa Artiist Haacaaluu Hundeessaa, akkasumas haaromsa irbuu ykn immoo waadaa galiinsa kaayyoo gootichaa galamaan gahuuf. Dhalootni kuni imaanaa hin nyaatu, Kaayyoo fi karoora kee hanga galmaan geenyutti abadan boqannee hin teenyu. #Nagaan_Boqadhu Haacee keenya. Qeerroo fi Qarree Oromoo biyya Canada Kutaa Alberta, magaalaa Edmonton

OYA Edmonton 24.01.2022

OYA Edmonton 19.01.2022

Thank you for being such a wonderful leader! Happy birthday to a true leader and a remarkable person! Wishing you the very best birthday today! On your birthday this year, We OYAE wanted to thank you for everything you have done for our country. #Jawar_Mohammed

OYA Edmonton 09.01.2022